Song of Solomon 2:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini qonqo bad'aaso kiyya d'agaya. Inni gaareeni ira utaale kubile gubbaa nati gach'ea.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalalloon kiyya hennaa gaarranii fi tulloota irra utaala'aa daddarbama'aa dhufu; laagaan isaa hin dhagayama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, jaalalleen kiyya, gaarota irra u'utaalaa, koobota irra burraaqaa dhufuun qoonqoo dhage'a.