Song of Solomon 2:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bad'aasoni kiyya aka korma hiddi jira. Mana d'aatu eje qaani na milate na daawate
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalalloon kiyya borofa yookaan ilmoo gadamsaa fakkaata; Ani hennaa fodda'aan isa laalu dallawa keenna duuba dhaabateera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalalleen kiyya jilibaa yookiin ilmoolee gadansaa fakkaata. Kunoo inni dalleya mana keennaa duuba dhaabbata; qowa dalleyaatiin, fodda'aan gara keessaa ilaaliisatti jira.