Song of Solomon 3:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Koota, nad'eeni Sioni, hayyu keesani Solomoni dawaad'a, inni sure hayyuma ta haati guyya fuud'a isaa ka gammadafi qilit'ama mata isaa ira keete ufira qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin babbareeddan Tsiyoonii! mooticha Solomooniin laalu'uuf koottaa'a; inni guyyaa cidha isaa gammadee gulloo ulfinnaa ka haati isaa mataa isaatitti goote godhateera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Dubartoota Yerusaalemii, dhaqa'aatii kallacha Solomoonii mootichaa, ka haati isaa guyyaa fuudha isaa, guyyaa gadhaan isaa gammadetti itti keette ilaala'a.