Song of Solomon 3:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani dira ch'ufa keesa mare, kara diratifi daandi maneeniti deemtu ch'ufa bahe, bad'aaso kiyya ka anini jaalad'u barbaada, ammo argu dad'abe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani amma ka'ee qachoota keessa naannaya'aa ka garaan kiyya jaalate karaa ijoo namni keessa deemuu fi raasaa keessa isa soqee garuu hin argine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani amma ka'ee qachaa keessa, karaa irra, woldeennaa kara'aa irra deddeemee, jaala kiyya ka lubbu'uu hin barbaada; ani barbaade ammoo isa hin dhaggine.