Song of Solomon 3:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma worra biraa deemeni isa arge. Iti mamarad'e gallakisu dide, haga mana haad'a tiyyaa, d'ibu anini keesati d'alad'eeti geese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani isaan bira diqqoo achi lufee ka garaan kiyya jaalate san argadhe; jabeessee qabadhe; gara mana haadha tiyyaa geesse, gola ufii itti dhaladhetti galfadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan irra akkuma dabareen, jaala kiyya ka lubbu'uu san dhaggee, isa qabadhe; gara mana haadha tiyyaa, gara kolloo haadha na deetteetitti haga isa geeffadhutti gad isa hin lakkinne.