Song of Solomon 3:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nad'eeni Yerusalemu, hiddifi guguftoni nati kakhad'a aka jaalala teenna keesa imbuune.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin babbareeddan Yerusaalemii! jaalalloo kiyya ka akka borofaatii fi gadamsa muka keessaa haga inni ka'utti isa hin dammassinaa'a. Faaruu sadeesso'oo
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee dubartoota Yerusaalemii, haga inni fedhuma ifiitiin ka'utti, jaalallee kiyya tirtirsitanee akka hin dammassine, ani maqaa jilibaa yookiin gadansa badda'aatiin, isin magannifadha.