Song of Solomon 3:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti aka aara ka lafa gamoojiti gad'ufa, ka aka qayyafi hit'aana daldaltuni gurgurtu urgaa kunini maani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ta akka qumbii waan gara garaatiin wolitti makamee tolfamee ka daldalaan fiduu fakkaattu ta biyya gammoojji'iitii dhuftu tun eennu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka lafa goomole'ee keessaa akka duumensa aaraa ol bayiisatti jiru, ka akka fiqiree qumbi'ii fi hixaanaan daldaltooti uddowaa mara irraa hujattee kun eennu?