Song of Solomon 3:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Solomoni ka barch'uma isaa ka hayyuma ira tau baatani d'ufu jira; ammalle askarti jaatama ta Israeli ta filaniti isa eegu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin konkolaataa fardaa ka Solomooniitiin namoota gugurdaa Israa'eliitii fi namoota Solomooniin eegan woliin kabajja'aan dhufa'aarti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, barcumaan mootumma'aa ka Solomoonii, loltoota hunnaameyyii Israa'elii keessaa ta filatante jaatamaan marfameera.