Song of Solomon 3:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Askartini tuni ch'uftinu mala goraadeeni woi had'ani guddo qabdi, ammalle lola woraanale guddo beeti. Isiini ch'ufti guddo beeti. Isiini ch'ufti goraade qabate isa tissiti, aka halkani nyaapa isa iraa eeddu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan maruu worra akka meeshaa lolaa itti qabatan leenji'anii fi worra lola keessatti qormaataman; namni maruu balaa halkan dhufu dhooggu'uuf akkuma guraadee hidhatanitti bulan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marti isaaniituu shallaagaa hidhatan; martinuu muuxannoo lolaa qaban; bidhaa halkaniitiif tokko tokkoon isaanii shallaagaa hidhataneeran.