Song of Solomon 4:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
mukhi d'aatuti bahu fakaati; ta abbaani jaarate hid'ate, mukeeni suni aka badda okhoku baate mid'aani dadansa baafti. Badda suni keesa qayya heddu ka maqaani beekhanini hina, nardo,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaan ati luftuun akka hulee daraaraa mi'aayu ka roomaani'ii, ija mukaa filatamaa Heenna'aa fi naardoos keessa guuteeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati akka oorruu muka rumaanii, ka midhaan dansaa buusu, ka daraaraan uddowuu fi biqiltuun naardoosii achi keessa jiranuu ti.