Song of Solomon 4:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
safroni, haanch'a mukha meet'i fakaatu toko, ammalle qunch'e birresatifi yokhaani hit'aana gosa heddu ind'abani. Ammalle qumbifi hargesati achiti baha qayya urgaa d'ibi woliini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma Naardoosii fi agamsa, hinaari'ii fi qarafaa, munni gara garaa ka hixaanaa, munni qumbi'iitii fi munni sabiri'ii urgooftuun maraa caalullee achi keessa jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muki Naardoosii, biqiltuun uddoottu, marri uddowu, qarafaan, muki hixaanaa, muki qumbi'ii, daraaraan hargiisaatii fi uddowaan dansaan adda addaa marti achi keessa jiran.