Song of Solomon 4:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilkani kanke adini ch'aami, aka hooliye rifeensa ira haadani d'iqani jirani, isaani tokoleeni hanqo inqabani, woli qit'aani bahani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilkaan kee akka hoolota hennaa rifeensi isaanii muramu nafti isaanii dhiqamee bisaan keessaa bayaniiti; hoolonni tunniin maruu lakku lakkuu dhaluu malee isaan keessa maseenni tokkollee hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilkaan keeti akka hoolota adii yennaa rifeensi isaanii muramu nafi isaanii dhiqamee bisaan keessaa bayanuu ti; hooloti tun martinuu lakkuu dhalti; maseenti takkaalle isaan keessa hin jirtu.