Song of Solomon 5:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ya oobru tiyya seene, niiti tiyya bad'aaso. Anini qumbifi qayya kiyya wolti guure dammafi jiisa kinisale nyaad'e, daad'ifi aanani kiyyale d'ugu jira. Nyaad'a d'uga, worra woljaalatu, haga isani jaalalaani machooftaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleettii tiyya! idaayyaa jaalallo'oo! ani gara hulee biqiltuu kiyyaa ka ati naa kennitee seeneera; karbe'ee fi abaaboo urgo'oo kiyya guuradheera; nadhii dhaaba dammaa nyaadheera; daadhii woyini'iitii fi aannan kiyyallee hin dhugeera. Jaalalloota teenna! jaalalaan haga nadha baataniif nyaadhaa; dhugaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleettii tiyya, waajibittii tiyya! Ani gara oorruu tiyyaa dhufeera; qumbii tiyyaa fi uddowaa kiyya wolitti qabadheera; nadhii dhaaba damma kiyyaa nyaadheera; daadhii woyni'ii tiyyaa fi aanan kiyya uneera. Nyaadha'a, jaalota, una'a, jaalalaan machowa'a!