Song of Solomon 5:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fuuli isaa diima qulqullicha, rifeensi isaaleeni luuch'a guraati ch'ile, aka bifa haranqeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mataan isaa quunqoo worqi'ii fakkaata; rifeensi mataa isaa gurraacha; yuuba akka koola harraagessaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Buqqiin mataa isaa worqii qulluu fakkaatti; rifeensi mataa isaa luuccaa, gurraacha akka harraaqessaa ti.