Song of Solomon 5:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilti isaa mimid'aadu aka sabaliisa bisaani yaa d'aatu ejaanju, ka aananiini d'iqani jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijji isaa akka ija handarii laga bira jiraattuutii fi adii akka aannanii bareedu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilti isaa akka saphaliisa adii madda bisaanii bira tee'uu, ka akka waan aananiin dhiqatee addaatuu, akka dooqaa jirti.