Song of Solomon 5:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Harki isaaleeni aka dansa uumame, innileeni qube faaya hedduni ch'okhani itikeyata. Nafi isaaleeni qulqullicha aka ilka arba, ta d'akha faaya bubuleeni ch'okhani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Irreen isaa akka ulee qubee worqi'ii uf irraa qabuutitti bareeda; nafti isaa faaya ogeessi ilkaan arbaatiin hojjate fakkaata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Harki isaa ulee worqi'ii ta dooqaan seefante fakkaata; nafi isaa ilka arbaa ka dhakaa, «Safiiros» jedhamuun seefame fakkaata.