Song of Solomon 5:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gudeedi isaaleeni aka utuba hilint'o, ka worqi keesa d'ad'aabani fakaata. Inni guddo qajeela, aka hind'eesa d'ed'eera gaareeni Lebanoni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lutti isaa utubaa worqii qulqullu'uun hojjatame fakkaata; akka gaara Libaanosii ka mukaan bareedeeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Miilli isaa utubaa cabbii cululuxxu'uu, ka worqii qulluu irra dhaabbatu fakkaata. Inni gaara Libaanonii fakkaata; akka hindheensa Libaanonii ka mara caalaa filatame.