Song of Solomon 5:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Afaani isaaleeni quntulao. Wonti isaa ch'ufti woliigalte jaalalaani namaraachitti. Nad'eeni Yerusalemu, bad'aasoni kiyya akana jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Afaan isaa akka dammaatitti mi'aaya; akkaataan isaa maruu namatti tola; isin babbareeddan Yerusaalemii! jaalalloon kiyya ka akkanaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haasonni isaa guddoo mi'owa; inni guddoo jaalatama'a. Ee, dubartoota Yerusaalemii, jaalalleen kiyya, jaalli kiyya isa.