Song of Solomon 5:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaali kiyya balbala baniisa tuqe jennaani onneeni tiyya aka inni ga d'iatu beennaani na keesati chochoote.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalalloon kiyya qaalawaan harka natti loose; garaan kiyya waan isaatiif raafame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalalleen kiyya karaa qowaatiin harka ifii gara keessaa keye; gadhaan kiyya isaaf na raafame.