Song of Solomon 5:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini jaala kiyya balbala duraa banaani isa arti d'abe. Aka anini qara sila qonqo isa d'agau fed'e! Anini isa barbaade, ammo argu dad'abe; anini isale yamnani na jala inowaanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani lafaa ka'ee jaalalloo kiyyaa balbala bane; jaalalloon kiyya garuu balbala gayee uf irra gara galee deeme; ani laagaa isaa dhagayuuf guddisee hawwee ture; guddisee soqe garuu isa argachuu hin dandeenne; waamnaanillee na jalaa hin awwaanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani jaalallee kiyyaaf balbala bane; inni ammoo deebi'ee deemeera. Yennaa inni dubbate san, gadhaan na rifate. Ani isa barbaade; ammoo hin dhaggine. Ani isa waame; inni na jalaa hin owwaanne.