Song of Solomon 5:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri halkani dira eegu kaani na arginaani d'aane na d'od'oose; ka dallaa diraa eeguleni woya naraa bute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri qachattii keessa naannaya'aa eegan na arganii dhayanii na madeessan; worri qachattii eegan waan fuulatti maradhu na jalaa fudhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti asii fi achi deemaa qachaa eeganu na dhaggane; isaan dikanee na madeessane; eeddoti dalleya qacha'aa woyaa tiyya na irraa mulqane.