Song of Solomon 6:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini ta nad'eeni ch'ufa ira mid'aadu, jaali kanke eesa deeme kana? Kara bad'aasoni kanke deeme nuti himi, aka nu barbaada isaa si qarqaarru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati ta dubartoota maraa caalaa bareeddu! jaalalloon kee garam dhaqe? nullee akka deemnee si woliin sondhu gara inni deeme nutti himi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ta dubartoota caalaa dansittii teete! Jaalalleen keeti eessa dhaqe? Akka si woliin barbaannu, karaa kam gore?