Song of Solomon 6:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini yayu mukeeni qurqura keesa bahe d'ufe, aka marra qarach'a bale keesati bahufi baala zabibutifi kalacha okhoku argu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biqiltuu adda addaa ka dhooqa keessatti dhaabame laalu'uuf woyiniin muteeruu fi daraaraan roomaani'iillee akka daraare laalu'uuf gara hulee dhaaba biqiltuu meexxi'ii gad bu'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani muki woyni'ii akka quunxe, muki rumaaniille akka guntute ilaaliisaaf, gara dhooqa oorruu muka, «Almond» jedhamuu gad dhaqe.