Song of Solomon 6:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ila tante naraa deefad'u, ya na maraachite. Geedi mataa kanketileeni akuma laleesa gaareeni Gileadi ira gadi buraaqu tabati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yabo'oo ijji tee waan na boojiteef na irraa buqqisi; rifeensi mataa keetii akka tika re'iinii ka gaara Gila'aadii irraa gad hurrisaniiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilti teeti waan na boojiteef, na irraa deebifadhu! Rifeensi mataa keetii re'oota gaara Giil'aadii irraa gad yaatu fakkaata.