Song of Solomon 7:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini akami mid'aada! Faanti tante akami kobe keesati mid'aadi! Gudeedi kanke qunqumaani waan ogeesi harkani mid'aasu fakaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ee ati intala qondaalaa! lutti tee hennaa kophee baxxee keessaan mudhattu attam bareeddi? sarbaan kee faaya ogeessa jaba'aan worqii mishaa irraa hojjatame fakkaata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee, intala qondaalaa! Miilli keeti kophee bexxellicha keessaa, attam attam dansa'a! Baarreen tafa keetii dooqa harki nama hujii harkaa beeku huje fakkaata.