Song of Solomon 7:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganama lafaa kaane, zabibu aka isiini baate taani laalla, ammalle aka daraaraani babaqafatefi aka mukeeni okhoku daraarte taani laalla, achiti duuba jaalala tiyya si garsiise ufiti si gad'iisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ganamaan kaanee gara hulee dhaaba woyini'ii haa deemnuu; abaaboon woyini'ii akka dhooye roomaaniinillee akka abaaboo baaseeru haa laalluu. achitti jaalala kiyya sitti mudhisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barii ganamaan kaanee, gara addee muka woyni'ii dhandhee, muki woyni'ii guntutee akka baqe, muki rumaaniille akka daraare ilaalla! Ani achitti jaalala kiyya si'iif hin kenna.