Song of Solomon 7:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini foole mukha qorsa toko suufte mid'aani dadansa d'aatu mana keennati agarta. Bad'aaso kiyya, anini waan si gammachiisa ka duritifi ka ammalle ya oli sii kaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daraaraan Inkooyii, urgoonii fi wonti nama gammachiisu daraaraan adda addaa balbala keenna guuteera; jaalalloo kiyya! daraaraa kanniin keessaa ka bilchaatee fi ka haarawa murame sii kaayeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Midhaan muka fedhii jaalalaa kakkaasu hin uddowa; ee, jaalallee kiyya, midhaan dadansaan marti, ka amma guuramee fi ka bilchaate, ka ani si'iif lafa keyeeru balbala teenna dura jiran.