Song of Solomon 7:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mormi kankeleeni lookho aka ilka arbaa. Ilti tanteleeni aka bisaani haro Heshboni, ta d'aatu fullo dira gudda suni jirtu bibilit'i. Fuunaani kankeleeni aka mana doofi, ka Lebanoni, ka kara Damaski dura eju jirani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mormi kee dallaya dhaga'aa ka ilkaan arbaatiin bareechisan fakkaata; ijji tee haroo qachaa guddittii Haseboon biratti argamtu fakkaata; funyaan kee dallaya dhaga'aa ka Libaanosii Damaasqoo mudhisu'uuf ijaarame fakkaata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mormi keeti xelleephoo ilka arbaa irraa hujante fakkaata. Ilti teeti lamaanuu baleessa Heshiboonii ka karra Batraabiimii biraa fakkaatan. Funnaan keeti xelleephoo Libaanonii ta gara Damaasqo'oo fuula galteertu fakkaata.