Song of Solomon 7:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan jed'e, meet'i suni kore, qoone iraa buqifad'a. Guntuti kanke mid'aani zabibu nati fakaate, hafuuri kankeleeni aka mid'aani gadda nati urgaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani muka meexxi'ii irra bayee gumaa isaa guuruu jaaladha; harmi kee akka hurbuu woyini'ii ka harkatti qabatan haa ta'u; urgaan hafuura keetii akka daraaraa muka hudha'aati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani, «Muka meexxi'ii san hin yaaba; damee isaa hin qabadha» jedhe. Harmi keeti akka unkuruura woyni'ii, fooleen hafuura keetii akka foolee muka appili'ii teetuu ti.