Song of Solomon 8:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Harka kanke bitaacha mata na saabde mirgichani na hoonsita.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Harka ufii ka bita'aa na boraafachiisa; harka mirgaatiin garuu na ammata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Harki isaa bitaachi mataa kiyya jala adoo jiraataa; harki isaa middichi adoo na hanqafata.