Song of Solomon 8:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qalbi tante ta jaalaalatini na male nama d'ibi inarginiini; na male namu d'ibi qomati inqabatini. Jaalalti waan guddo jabdu aka lubbuti; d'araaleeni akuma dua jirti. Isiini bobeete aka araba ibida wogubdi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalala kee ka bara baraa san onnee tiyya keessatti akka chaappa'aatitti na kaayadhu; akka chaappa'aatitti anuma callaa harkatti qabadhu; jaalalti akka du'aa namatti jabaatti. hinaaffaanillee akka awwaalaatitti garaa namatti jabaatti; arrabni isi'ii akka arraba ibiddaa ka mallisuuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka chaappa'aatitti gadhaa keeti keessatti, irree teeti irralle'etti na mallatteeffadhu. Jaalalli akka du'aa jabaata; hinaaffaalle akka boolla awwaalaa jabaatti. Bobeenni isi'ii akka bobe'a ibiddaa, ka tallisuu ti.