Titus 1:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Namooti hedduun worri hin ajajane, worri jecha midhaan hin qanne dubbatee nama wollaalchisu, keessattuu worri worra Yihudootaa keessaa dhugeeffate jira.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi nama hedduti jira, ka dubbi ch'aqasu dide dubbi d'aratiini nama sobu, keesuma worri aada Yahudi iti galefaani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif nama hedduutti jira, keessumaa warrii aadaa Yahudiiti gara dhugeeffachaa galee dubbii dansaa caqasuu didee dubbii dharaatiin nama soba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra hin ajajamne, ka waan duwwaa qaaqanii fi soban, keessattuu gosa worra gadoomanii keessaa heddu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra hin ajajamne, ka waan duwwaa qaaqanii fi soban, keessattu gosa worra gaadoomanii keessaa heddu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni baayi'een, gonkumaa gara Yihudotaatii ka ta'an, seera gadoomaa worri horddofan, ka hin ajajaminne, tasaan ka wocanii fi ka nama sossoban'llee ni jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti hedduun worri hin ajajane, worri jecha midhaan hin qanne dubbatee nama wollaalchisu, keessattuu worri worra Yihudootaa keessaa dhugeeffate jira.