Titus 1:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan bu'aa fokkisiisu dhaggatiisaaf jedhanee, waan barsiisiisaaf hin malle barsiisaa, maatii duudii waan laanbubanuuf, haasowa isaan kutiisa barbaachisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sila worra dubbachu d'owu malani; wonti akanatiifi waan barsiisu himmalini barsiisani, akanaani ollowaani heddu balleesu jirani, aka hori argatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Silaa warra kana dubbachuu dhowwuu malan, wantii akkanaatiif warrii waan barsiisuu hin malin horii argachuuf olloota hedduu barsiisee balleessuutti jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunniinillee waan shinga'aatii fi waan ta'uu hin barbaachifne barsiisa'aa, maatii maraa waan dogoggorsaniif afaan isaanii cufuu barbaachisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kunniinillee waan shinga'aatii fi waan ta'uu hin barbaachifne barsiisa'aa, maatii maraa waan dogoggorsaniif afaan isaanii cufuu barbaachisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoota kanniin cadhisiisuun ni barbaachisa, isaan bu'aa saalfachiisu argachu'uuf waan hin malle barsiisa'aa, maatiiwwan maraa ni raasan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan bu'aa fokkisiisu dhaggatiisaaf jedhanee, waan barsiisiisaaf hin malle barsiisaa, maatii duudii waan laambubanuuf, haasowa isaan kutiisa barbaachisa.