Titus 1:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaanuma keessaa, raagichi isaanii tokkoo, “Worri Qarxeesii yennaa maraa dharaameyyii, bineensota hama'aa fi booseyyii gadhito'o” jedheera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi Krete toko, ka raaga worraa waan jed'e: Jari Krete ch'ufti kiyyiba, bineensa hama, ammalle sabdi woma hojachu imfeene.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii Qareexis ka raaga warraa tokko “Warrii Qareexis cuftii kiyyibaa, bineensa hamaa, ammallee sabdii homaa hojjachuu hin feene” warraan jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanuma keessaa raanni tokko, «Namoonni Qarxeesii hennaa maraa kijibdoota, busaayaa hama'a, nyaattotaa fi worra hujii hin qabne» jedheera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanuma keessaa raanni tokko, «Namoonni Qarxeesii hennaa maraa kijibdoota, busaayaa hama'a, nyaattootaa fi worra hujii hin qabne» jedheera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan keessaa tokko ka ta'e nabiyyichi mataa isaanii, «Namoonni Qarxeesii yeroo maraa sobddoota, bineensota hamaa, ka hujii hin qabnne worra garaa jaalatu» jedhee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaanuma keessaa, raagichi isaanii tokkoo, «Worri Qarxeesii yennaa maraa dharaameyyii, bineensota hama'aa fi booseyyii gadhito'o» jedheera.