Titus 1:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ragaan kun dhuga'a. Tanaaf, akka isaan dhugeeffannaa sirrii teete qabaatanu, jabeessi isaan xixi;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti inni jed'e sunini d'uga. Maro waan kanatifi aka dansa worra gorsu malte, aka worri d'ugefacha qit'e horate
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii innii jedhe sun dhugaa. Mar. roo waan kanaatiif akka dansaa warra gorsuu malte, akka warrii dhugeeffachaa qixxee horatee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ragaan kun dhuga'a; sababa kanaaf mammaaka Yihuudotaatii fi ajaja worra dhugaa irraa fagaatanii akka hin caqafne worra amanti'iin fayye akka ta'an jabeessii isaan gorsi.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ragaan kun dhuga'a; Sababa kanaaf mammaaka Yihuudotaatii fi ajaja worra dhugaa irraa fagaatanii akka hin caqafne worra amanta'aan fayye akka ta'an jabeessii isaan gorsi.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ragummaan kun'llee dhuga'a, kanaaf amantii guutuu akka qabaattaniif, namoota kanniintti baanadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ragaan kun dhuga'a. Tanaaf, akka isaan dhugeeffannaa sirrii teete qabaatanu, jabeessi isaan xixi;