Titus 1:14 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
haganaan achille isaan oduu Yihudootaa ta durii, yookiin ajaja worra dhugaa irraa fagaatee akka hin caqanne godhi.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
odu Yahuditiifi seera nama d'ugaa dide iraa d'ufu lakisu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
oduu Yahudiitii fi seera warra dhugaa gula deemuu didu irraa dhufuu lakkisu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mammaakissa Yihudotaa akka hin horddofinnee fi ajaja namoota dhuga'aan mormmanii akka hin horddofinneef, ciminnaan isaanitti baanadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
haganaa achille isaan oduu Yihudootaa ta durii, yookiin ajaja worra dhugaa irraa fagaatee akka hin caqanne godhi.