Titus 1:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan Waaqa hin beenna jedhan, hujii ifiitiin ammoo isa mormatan. Isaan worra jibbama'aa fi worra hin ajajanne, worra waan dansaa tokkolle hujiisaaf hin dandeenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqa beenna ufiini jed'ani, ammo hujiini worraa ind'areesiti. Worri nama jibbani, namale inch'aqasu, waan dansa tokole dandae intolchu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqaa beenna ufiin jedhan, hujiin warraa ammoo indhaaressiti. Warrii nama jibba, nama hin caqasan, waan dansaa tokkollee hin tolchan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan «Rabbiin beenna» jedha'aa ifa dubbatan. Haa ta'uu ammo worra nama jibbisiisuu fi worra hujii mishaa hojjachuu hin dandeenne waan ta'aniif hujii ufiitiin isa ganan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan Rabbiin beenna jedha'aa ifa dubbatan. Haata'uu ammoo worra nama jibbisiisuu fi worra hujii mishaa hojjachuu hin dandeenne waan ta'aniif, hujii ufiitiin isa ganan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Waaqa ni beekinna» jedhan, hujii isaaniitiin garuu ni waakkataniin, isaan jibbisiiftotaa fi hujii mishaa raawwachu'uuf worra hin dandeenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Waaqa hin beenna jedhan, hujii ifiitiin ammoo isa mormatan. Isaan worra jibbama'aa fi worra hin ajajanne, worra waan dansaa tokkolle hujiisaaf hin dandeenne.