Titus 1:2 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
dhugeeffanna'aa fi beekkunsi kun, addii jiruu bara baraa, ka Waaqi dhara hin dubbanne, jalqaba baraatiin dura kenne irratti ta hundootte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ta jireenna hegeri abdattu barsiiftu worra barsiisu. Waaqi, ka d'ara indubbanne, ya jireenna kana duru nuu kakhate,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhugeeffachaan tunin abdii jireenna barbaraa irratti ta yayyabamte. Waaqii ka dhara hin dubbanne, jireenna kan duruu ya nu kakate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
waan jireenna kanaatiif Rabbiin hin sobne baroota hedduun duratti abdii kenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amantiin kun'llee abddii dubbii jireenna bara baraa irratti ka hunddaaye, Waaqinni hin sobinne jireenna kana kennu'uuf barootaan duranatti, waadaa nuuf ni aseene.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
dhugeeffanna'aa fi beekkumsi kun, addii jiruu bara baraa, ka Waaqi dhara hin dubbanne, jalqaba baraatiin dura kenne irratti ta hundootte.