Titus 1:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaan inni murteesse geennaan, ajaja Waaqa fayyisaa keennaatiin karaa lallaba maganne'een anatti kennameetiin, Jecha ifii mudhiseera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
hojjaani geennaani dubbi ufi keesati nuti mullise. Waan kana harka kiyyati kennani, d'aamsa Waaqa, ka Qarqaarsa keenna, gula odeesa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fulaan geennaan dubbii ufii keessaatti nutti mullise. Dubbii Waaqaa tana waan akka ani jabeessu natti kennaniif akka ajaja fayyisaa keenna Aabboo Waaqaa gula inlabsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hennaa murteessetti ajaja Rabbii fayyisaa keennaatiin lallaba yaboo natti kenname kanaan dubbii ufii addaataa godhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa barri gaye akkuma qorichi keenna Rabbi ajajee yaboon naa kenname dubbii lallaba Oduu Nagayaa naa kennameen dubbii ufii ibse.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barichi yeroo gayetti'llee ajaja Fayyisaa keenna Waaqaatiin ani akka lallabuuf karaa yaboo natti kennameetiin, Waaqinni dubbii isaa ni muldhise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaan inni murteesse geennaan, ajaja Waaqa fayyisaa keennaatiin karaa lallaba maganne'een natti kennameetiin, Jecha ifii mudhiseera.