Titus 1:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Karaa dhugeeffannaa woliin qannuun, dhugumaan ilma kiyya ka teete Tiitoos, Waaqi Abbaan, fayyisaan keenna Yesuus Kiristoos badhaadhaa fi nageya sii kennu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini tatabe tana Titoti t'aafa; inni ilma kiyya ka d'uga, d'ugefacha nu woliini qamnu tana keesa: Waaqa Abbaafi Yeso Kristoni, Qarqaarsi keenna, eebafi nagaya isanii kenniina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin ergaa tana tiitoo dhugeeffachaan ilma kiyya ka dhugaa, ka dhugeeffachaa waliin qamnu barreessa. Waaqaa Abbaatii fi Yesus kiristoon qarqaarsa keenaa, eebbaa fi nagaya isanii kenninna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tokkummaa amanta'aatiin Tiitoo ilma kiyya ka dhuga'aatiif: Rabbi Aabbaan, qoricha keennaa fi Gooftaa Yesuus Kiristoosiin irraa badhaani, araaraa fi nageenni sii haa ta'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Tokkummaa amanta'aatiin Tiitoo ilma kiyya ka dhuga'aatiif: Rabbi Abbaan, qoricha keennaa fi Gooftaa Yesuus Kiristoosiin irraa badhaani, araaraa fi nageenni sii haata'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amantii wolitti qabnnuun dhugamaan ilma kiyya ka taate Tiitosiif, Waaqa Abba'aa fi Fayyisaa keenna Yesus Kristosiin irraa, kennaan isaa ka bilisaatii fi nageenni siif haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaa dhugeeffannaa woliin qannuun, dhugumaan ilma kiyya ka teete Tiitoos, Waaqi Abbaan, fayyisaan keenna Yesuus Kiristoos badhaadhaa fi nageya sii kennu.