Titus 1:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni ani oddoola Qarxeesii kessatti si lakkisseef, waan karaa hin qabatin hafe akka karaa qassiittuu fi akkuma ani si ajaje qachaa duudii keessatti jaarsolee wolde'a kiristaanaa akka filtuufi.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini aka atini waan tolchu malani guutuufi lafa Krete keesati si lakise, ammalle aka atini dira ch'ufa keesati jaarole gumi fohattu. Gorsa kiyya qaabad'u:
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii ani lafa Qareexisitti si lakkiseef akka atini waan qara hin tolchin ka tolchuu malan tolchituuf, ammallee akka atin akkuma anin sitti himee dira cufaa keessaatti jaarrolee gumii foo'attuuf.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa kanaaf waan hafe akka karaa qabsiiftu, qachoota maraa keessatti akkuma ani si ajaje woldaa Kiristaanaa keessattillee manguddoota akka muuddu Qarxeesitti si dhiise.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababaa kanaaf waan hafe akka karaa qabsiiftu, qachoota maraa keessatti akkuma ani si ajaje woldaa Kiristaanaa keessattillee manguddoota akka muuddu Qarxeesitti si dhiise.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Si'i Qarxeestti sababaan dhiiseef waan hin sirraayin akka sirreestuu fi akkaatama si ajajeetiin'llee jaarsotii woldaya amanti'ii, magaalota marattuu akka muuduuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni ani oddoola Qarxeesii keessatti si lakkiseef, waan karaa hin qabatin hafe akka karaa qassiittuu fi akkuma ani si ajaje qachaa duudii keessatti jaarsolee wolde'a kiristaanaa akka filtuufi.