Titus 1:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nama keessummaa fudhatu, nama waan dansaa jaalatu, nama ifi qabatu, nama qajeelaa, nama woyyichaa fi nama adaba qabu te'uu qaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ha nama bulche waan dansa jaalatu. Ha ufi qorqorate qajeele, qulqullo tahe, adaba dansaani deemu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama keessummaa bulchuu, nama waan dansaa jaalatuu, nama ufi qorqoraatuu, nama qajeelaa, nama qulqullicha, nama adaba dansaa qabu ha ta'uu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka keessummaa simatu, ka waan mishaa ta'e jaalatu, ka uf eegu, qajeelaa, woyyu'uu fi ka uf qabu haa ta'uu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka keessummaa simatu, ka waan mishaa ta'e jaalatu, ka uf eegu, qajeelaa, woyyu'uu fi ka uf qabu haa ta'uu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana irra keessummaa ka simatu, waan mishaa ta'e ka jaalatu, mataa isaa ka toowatu sirrii ka ta'e, tajaajila Waaqaatiif ka fooyame, ka hagatti jiraatu haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama keessummaa fudhatu, nama waan dansaa jaalatu, nama ifi qabatu, nama qajeelaa, nama woyyichaa fi nama adaba qabu te'uu qaba.