Titus 1:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worra dhibii barumsa sirrii te'een jajjabeessiisaa fi dokonkora worra moromuu mudhisiisaaf akka dande'u akkuma baratetti ergaa addatantuu jabeessee qabatuu qaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi d'uga ha aka dansa jabeesu, ta d'ugefataniifi ta waan barsiisatini woli fakaattu. Kara kanaani inni dandae nama d'ibi barsiisa d'ugatiini qarqaare, wollaala nama didule agarsiisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dubbii dhugaa ta dhugeeffatanii fi ta waan barsiisaatiin wal fakkaattu ha akka dansaa jabeessuu. Karaa kanaan warii dande'ee nama dhibii barsiisa dhugaatiin qarqaaree, wallaala nama barsiisa kana didullee agarsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma barumsa jireenni keessatti argamuun gorsu'uu fi worra morman dogoggora isaanii itti himee deebisuu akka danda'uuf, akkuma barate dubbii amaname saniin haa jabaatuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma barumsa jireenni keessatti argamuun gorsu'uu fi worra morman dogoggora isaanii itti hime deebisuu akka danda'uuf, akkuma barate dubbii amaname saniin haa jabaatuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barsiisa dhuga'aa barsiisu'uuf, gorssu'uu fi worra Mormmitoota ta'aniif deebii kennu'uuf akka danda'u, akkaataa barateen dubbii amansiisa'aan haa jabaatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra dhibii barumsa sirrii te'een jajjabeessiisaa fi dokonkora worra moromuu mudhisiisaaf akka dande'u akkuma baratetti ergaa addatantuu jabeessee qabatuu qaba.