Titus 2:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ati ammoo waan barnoota sirrii te'een wolii galu barsiis.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo atini, waan barsiisaani d'ugaa feetu barsiisu malte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ati ammoo waan barsiisaan dhugaa jettuu barsiisuu malte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati ammo barumsa jireenna argamsiisuuf akka ta'utti dubbadhu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ati ammoo barumsa jireenna argamsiisuuf akka ta'utti dubbadhu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ati garuu barsiisa jireenni ittiin argamu barsiis,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ammoo waan barnoota sirrii te'een wolii galu barsiisi.