Titus 2:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi badhaadha ifii ka nama maraaf fayyinna kennu mudhiseera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi Waaqi ya eeba ufi, maro baafama nama ch'ufatiifi, mullise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif, Waaqii yaa eebba ufii marroo baafama nama cufaatiif, mullise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Badhaani Rabbii ka namoota maraa fayyisu mudhateera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Badhaani Rabbii ka namoota maraa fayyisu mudhateera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni nama ka ittiin fayyisu kennaa isaa ka bilisaa nama maraafuu ibisee jira,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi badhaadha ifii ka nama maraaf fayyinna kennu mudhiseera.