Titus 2:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Badhaadhi kun cubbu'uun jiraatiisaa fi halchaa badduu biyya lafaa akka lakkinnee, bara kana keessatti ifi qabannee, qajeellee, akka nama Waaqaatitti akka jiraannu barsiisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eebiti sunini waan nuuni jettu, waan hamtu ka Waaqi infeenefi d'araa nafa lakisa, ufi qorqorad'a, qajeela, lafa tana keesa jireenna Waaqi fed'u keesa taa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eebbitii tunin, waan hamtuu Waaqii hin feenee dharraa nafaa lakkisaa, ufi qorqoradhaa, qajeelaa, lafa tana irra jireenna Waaqii fedhu keessa taa'aa nuun jetti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Badhaani kunillee cubbu'uun jiraachu'uu fi hawwii biyya lafaa waakkanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Badhaani kunillee cubbu'uun jiraachu'uu fi hawwii biyya lafaa waakkanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kennaan bilisaa kun'llee waakki'ii fi hawwii foonayaa dhiisu'uun mataa ufii toowachu'uun, qajeelumaa fi nama hafuuraa ta'u'uun biyya lafaa kana irra akka jiraannu nu barsiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Badhaadhi kun cubbu'uun jiraatiisaa fi halchaa badduu biyya lafaa akka lakkinnee, bara kana keessatti ifi qabannee, qajeellee, akka nama Waaqaatitti akka jiraannu barsiisa.