Titus 2:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan, akka dubartooti ka'imi abbaa manaatii fi ijoollee ifii jaalattu,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka nad'eeni kaima jaalala d'iirsatiifi ta ijoolle ufi baratte,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka nadheen ka'imaa jaalala dhiirsaatii fi ta ijoollee ufi barattee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartoonni maqaan Rabbii akka hin arabamne worra abbaa manaa ufii jaalatan, worra ijoollee ufii jaalatan, worra uf qaban, woyyoota, worra mana ufiititti hojjatan,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dubartoonni maqaan Rabbii akka hin arabamne, worra abbaa manaa ufii jaalatan, worra ijoollee ufii jaalatan, worra uf qaban, woyyoota, worra mana ufiititti hojjatan,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana dubarttoonni dargaggoonni abbootii worraa isaaniitii fi ijoollee isaanii akka jaalatan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, akka dubartooti ka'im abbaa manaatii fi ijoollee ifii jaalattu,