Titus 2:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jechi Waaqaalle akka hin arraffanne, ta ifi qabattuu fi qulluu, ta akka dansaa mana ifii qabattu, arja'aa fi ta dhirsaaf ajajantu akka teetu barsiisanuu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ufi qorqoratte qulqulloomte, hallaqoomafi adabaani d'iirsa ufi saalfattu, aka nami tokoleeni hameenna dubbi Waaqa indubbanne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
ufi qorqorattee, qulqulloomtee, adaba dansaan mana ufi teette dhiirsa ufiitii saalfattu barsiiftu. Akka namii tokkolleen hammeennaan dubbii Waaqaa hin dubbanne, waan dansaa barsiisuu malte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
worra mishaa, abbaa manaa ufiitii ajajaman akka ta'an isaan haa gorsanii.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra mishaa, abbaa manaa ufiitii ajajaman akka ta'an isaan haa gorsanii.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ufi eeggattootaa fi qulqullaawomota, mishaawwan abbootii worraa isaaniitiif'llee ka ajajaman akka ta'aniif, isaan haa barsiisan. Kana'llee ka raawwataniif dubbiin Waaqaa akka hin ashaminneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jechi Waaqaalle akka hin arraffanne, ta ifi qabattuu fi qulluu, ta akka dansaa mana ifii qabattu, arja'aa fi ta dhirsaaf ajajantu akka teetu barsiisanuu ti.