Titus 2:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma dargaggooti akka ifi qabattu gorsi.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akaskasuma kaimaleeni, Ufi qorqorad'a jed'iini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warra dhiiraa ka ka'imaalleen ammoo akkasuma ufi qorqoradhaa jedhiin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka'imtoonnillee akkasuma akka uf qaban gorsi.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka'imtoonnillee akkasuma akka uf qaban gorsi.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana gayeeyyiin worra mataa isaanii toowachu'uun akka jiraataniif isaan gorssi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma dargaggooti akka ifi qabattu gorsi.