Titus 2:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Garbooleen goottolee ifiitiif akka ajajantu, waan maraan akka isaan gammachiittu, akka dubbii ila keessa itti hin deebinnee fi,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tisseleleeni ha abbooti ufi guutte waan tolchitu ch'ufaani gammachiiftu. Ammalle dubbi afaani keesa deebifte,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tisseelleen abbootii ufiiti ajajamte waan tolchitu cufaan ha gammaachiiftuu. Ammallee dubbii afaan keessa hindeebisin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garboonni waan barumsa qoricha keenna Rabbiin waa maraanuu akka galatoonfataniif, bulchoota isaaniitifillee akka ajajaman, woma maraanuu akka isaan gammachiisan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Garboonni waan barumsa qoricha kennaa Rabbiin waa maraanuu akka galateeffataniif bulchoota isaaniitifillee akka ajajaman woma maraanuu akka isaan gammachiisan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tajaajilttoonni'llee bulchitoota isaaniitiif akka ajajaman, waan maraanuu akka isaan gammachiisan, jecha haamaa akka isaanii hin deebifnneef,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garbooleen goottolee ifiitiif akka ajajantu, waan maraan akka isaan gammachiittu, akka dubbii ila keessa itti hin deebinnee fi,